Jibriil Ahmed official

HORTEE LATIINSA OROMOO ______________________________ Booranii kaa Oromoti Oromoon kaa xaboti Xaboo kaa waaqoti Waaqoo kaa dadhiti Dadhiin kaa uteeti Uteen kaa biteeti Bitee kaa waalabuti Waalabuu kaa jilichati Jilichi kaa daawaroti Dawaroo kaa hoofati Hoofaan kaa sharati Sharaan kaa haadiyati Haadiyaan kaa Rabati Rabaan kaa dooriti Dooriin kaa mormor Mormor kaa mamati Mamaan kaa warari Warar kaa waayuti Wayuun kaa goodedi Gooded kaa maridhati Marin kaa galani Galan kaa waaditi Waadin kaa shunkur Shunkur kaa lmaar Imaar kaa batayi Batay kaa lubaay Lubaay kaa Malik Malik kaa kuush Kuush kaa haamii Haamii kaa nuuhii Nuuhii kaa Malik Malik kaa matoshati Matoshan kaa yahiti Yahati kaa muhalalii Muhalal kaa Akuni Akun kaa Anushi Anush kaa shishiti Horten dhalaa namaa akkati seennaa tatee dhalotaf dabartii????? ==<<<~~~~```=<<<<<<<======= Oromoon ilmaan lama(2)dhale. 1- Booranaafi 2-Bareentuu Booranni Ilmaan 12 dhale Isaanis 1-Wallagga 2-Callabba 3-Goree 4-Goofaa 5-Sidaamoo 6-Arii 7-Dacee 8-Garrii 9-Guraa 10-Giriirraa 11-Naayroobii fi 12-Gujii Bareentuun Ilmaan 5 dhale 1. xummuungaa 2-murawwaa 3-karrayyuu 4-Hunbanna 5-Qal’oo Xummuungaan Ilmaan 3 dhale 1-Arsii 2-Asoosaa 3-Hawaasaa Murawwaan 1 dhale Innis:- Ituudha jedhama Ituun 10 dhale isaanis:- 1-waatee 2-Gaamo 3-Baayee 4-Galaan 5-Addaayyo 6-Baabbo 7-Waaree 8-Algaa 9-Gaaddullaa 10-Elellee Karrayyuun Barentuu Ilmaan 12 dhale 1-Dullachaa 2-Abbichuu 3-Gonbichuu 4-sayyuu 5-Oboo 6-Oborii 7-Jiillee 8-Bullaalla 9-Mucee 10-Galaan 11-Salaalee 12-Wallo Hunbannaan Ilma 1 dhale Innis:- Anniyya jedhama Anniyya 7dhale 1-Malkaa 2-Baabboo 3-Dinbii 4-Baaduu (biduuu) 5-muci 6-Naannaa'a 7-kudheedhee Qallo 4 dhale 1-Ala 2-Daga 3-Oborraa 4-Baabbile Ala 12 dhale 1-Abbayi 2-Nuunnu 3-kaaku 4-Buubbu 5-Diiramu 6-Abbaadho 7-Goollo 8-Eeri 9-Utayyu 10-Galaan 11-Meettaa 12-Arroojji Daga 3 dhale 1-Noolee 2-Jaarsoo 3-Huume Oborraan 3 dhale 1-Akkichu 2-bil'I 3-Dooranii Baabbile 3 dhale 1-Gantuub 2-Hawiyyaa 3-Hawaasilee Arsiin 2 dhale 1-sikkoo 2-mandoo sikko 5 dhale 1-Bullaalla 2-Wucaale 3-wooji 4-Jaawwi 5-Ilaannii Mando 7dhale 1-Raayituu (Raa'idoo) 2-Hawaxxuu 3-Karaara 4-karrayyuu 5-Meettaa 6-Arroojii 7-Garjeeda Akkichuu Oborraa ilma 2 dhale 1-dhaayi 2-biliidaa Dhaayi 3 dhale 1-Dukkoo 2-Kooyee 3-Allaatayya Billiidaan 3 dhale 1-Godaanaa 2-busaa 3-Allaa Gujiin Boorana 3 dhale 1-Hookkuu 2-Uraagaa 3-Matii (maatii) Hookkuun 7dhale 1-Galalcha 2-Oborraa 3-Michille 4-Heeraa 5-Bundhituu 6-Kinnoo 7-Baallaa Uraagaan 6 dhale 1-Goolloo 2-Hallaa'oo 3-Agantuu 4-Daraartuu 5-Sarboortuu 6-Waajituu Maatiin 3 dhale 1-Hirqaantuu 2-Linsoolee 3-Hunde Maddii issaa namaa Oromoo Dhugaa ta.ee qofaa?ilalataa

Comments